top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Addeessi Zul Hijjaa har’a waan hin mul’atiniif, Ayyaanni Iidal Ad'haa Fulbaana Lama tahu manni M

  • Odeeyfannoo
  • Sep 1, 2016
  • 1 min read

Ayyaannii Iidaa akka laakkofsa biyya keenyaatti Fulbaana 2/2009, ykn ammoo Fulbaana 12/2016 guyyaa wiixataa irra oola In shaa ALLAH. Namni Soomana Zulhijjaa soomuu barbaadu guyyaa sabtii Hagayya 28/2008 irraa kaasee soomanuu ni danda’a. Guyyoota 10nan Zulhijjaa kana keeysattis Ibaadaa irratti jajjabaachuun akkaan nurraa eeggama.


Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page