Search
Kaleessa galgala magaalaa Waraabeetti barreeffamni giraafitii qabsoo hawaasa muslimaa ilaallatu barr
- Odeeyfannoo
- Sep 1, 2016
- 1 min read

Barreefamoonni kun dhaadannoo qabsoo hawaasa musliimaa fi gochaa mootummaan Lammiiwwan irratti raawwataa jiru, Ajjeechaa naannoo Oromiyaa fi naannoo Amaaraatti raawwatamaa jiru irratti kan xiyyeeffatu tahuu odeeyfannoon argame ni addeessa. Dhaadannoowwan barreefamanii bulan jidduu Sagaleen keenya Haa dhaga'amu! Koreen hawaasa muslimaa haa hiikkaman! Ajjeechaan naannoo Oromiyaa fi Amaaraatti raawwatamaa jiru Haa dhaabbatu! Duulli muslimoota kafarsiisuu haa dhaabbatu! fi kan birootis jiraatuun beekamee jira.
Comments