Search
Ummatni mormii mootummaa irratti godhu cimsee itti fuufee jira.
- Odeeyfannoo
- Sep 7, 2016
- 1 min read

Qaamonni mootummaa magaalota adda addaatti ummata irratti tarkaanfii seeraan alaa fudhataa jiraatuu odeeyfannoon ni addeessa.
Magaalaa Baalee Roobeetti guyyaa hardhaa ummanni guyyaa lammaffaaf duula manaa bahuu dhabuu kan geggeessaa oole yoo tahu, qaamonni mootummaa galgala hardhaa suuqiiwwan cufaa oolan saamsuuufii namoota hedduus hidhuu beekamee jira.
Magaalaa Naqamteettis galgala kana waraanni mootummaa rasaasa kan dhukaasaa jiru tahuus odeeyfannoon ni addeessa.
Comments