Search
Manni Hidhaa Qilinxoo namoota balaa ibiddaa fi rasaasaa irraa lubbuun hafan maqaa isaanii maxxanse
- Odeefannoo
- Sep 8, 2016
- 1 min read

Manni hidhaa Qilinxoo namoota lubbuun hafanii fi kan gara mana hidhaa biraatti dabarfaman maqaa isaanii maxxansee akka jiru ideeyfannoon argame ni addeessa. Maqaan nama amma Qilinxootti maxxanfame kun maqaa hidhamtoota gara Mana hidhaa Shawaa Roobit, Zuwaay fi achuma qilinxootti hafan akka ta’e beekuun danda’amee jira. Maqaan namoota ajjeefamanii haga ammaa hin maxxanfamne. Manni hidhatis wanti ibse takkalleen hin jiru. Maatiiwwan hidhamtootaatis maqaa firoottan isaanii barbaadaa akka jiran odeeyfannoon argame ni addeessa.
コメント