

Filannoo Ameerikaatti Godhameen Traamp Moohate
Filannoon Ameerikaa namoota heddu cinqee jira. Eega guyyaa Donaald Traamp bakka bu’aa Rippablikaanaa ta’ee as, namootni heddu filannoo...


Itiyoophiyaan Hiyyummaan biyyota 19 keessaa sadarkaa 18ffaa irratti argamti.
Itoophiyaan biyyoota 19 kan Hiyyummaa, ummanni Isii Gammachuu hin qabnee fi jireenyaaf hin mijoofne ta’uun Addunyaa irraa sadarkaa 18ffaa...


Lammiiwwan Ukkaamfaman haalli isaan irra jiran hin beekamu.
Eega labsiin yeroo muddamaa labsamee lammiiwwan hedduun naannoo Oromiyaatiif Amaaraa irraa ukkaamfamaniiru, lammiiwwan kunniin haalli...


Waraanni konkolaataa 14 guutuu gara Baalee qajeele.
Guyyaa hardhaa ganama sa'aa 12:00 irratti waraanni Awutobisa 14 guutuu Asallaa irraa dhufee Dodolaa keessa dabruun gara Baaletti kan...
Aanaalee Godina Arsii keessatti hidhaan akkuma itti fufeetti jira.
Aanaalee Godina Arsii keessatti hidhaan akkuma itti fufeetti jira. Torbaan dabre irraa jalqabee godina Arsii aanaa Saguree fi naannawa...


Kitaabni Ustaaz Nuuruu Turkii guyyaa hardhaa Eebbifame.
Sagantaan Eebbaa kun magaalaa finfinnee galma Imbiltaa jedhamutti kan geggeeffame yoo tahu, hawaasni muslimaa lakkoofsaan hedduu fi...


Magaalaa Harariitti Poolisoonni lama hidhaman.
Waraanni mootummaa guyyaa hardhaatis naannoo Hararii magaalaa Harariitti poolisoota dhalootaan Oromoo tahan lama hidhuu odeeffannoon...


Naannoo Harariitti hojjattoonni mootummaa dhalootaan Oromoo ta'an 2 ukkaamfaman.
Naannoo Harariitti hojjattoonni mootummaa dhalootaan Oromoo ta'an 2 ukkaamfaman.Naannoo Hararii magaalaa Harar aanaa Amiir nuur irraa...


Namtichi sirna Umraa raawwatuuf jecha magaalaa Paaris irraa ka'uun gara Makkaatti Imalaa jiru ha
Isaaq jedhama, dhaloonni isaa Aljeeriyaa lammummaan isaa immoo Ispeen yoo tahu, Ji'a 5 dura magaalaa gudditti Faransaayi Paaris irra...


Baqattoonni 239 tahan galaana mediteraaniyaatiin nyaataman.
Baqattoonni kunniin biyyoota adda addaa irraa jiruu isaanii fooyyeffachuu fi dhiibbaa mootummoonni abbaa irree isaan irra geessan jalaa...