

Ameerikaan Haleellaa Xayyaara raawwatten Muslimoota masjiida keessa jiran ajjeefte.
Xayyaarri Waraana Ameerikaa haleellaa halkan kamisaa Kutaa bulchiinsa Aleepoo jalatti kan argamtu Baadiyaa Al Jiinaa irratti raawwatteen,...


Seerri Tiraamp lammiiwwan biyyoota muslimaa akka Ameerikaa hin seenne jedhee baase yeroo lammaffaaf
Manni Murtii Federaalaa Hawaay uggura Pirezedaantii Ameerikaa Doonald Tiraamp yeroo lammaffaaf lammiiwwan biyyoota muslimaa 6 akka...


Doonald Tiraamp ammas qajeelfama biyyoonni muslimaa akka Ameerikaa hin seenne ugguru mallatteesse.
Pirezedaantiin Ameerikaa Doonald Tiraamp eega aangoo qabatee booda guyyoota muraasa keessatti imaammata isaa haarawa hedduu mallatteesse....


Kaampaaniiwwan Ameerikaa 97 ol tahan ajaja Tiraamp kan morman tahuu ibsatan.
Kaampaaniiwwan teknolojii gurguddoon akka Google, Apple, Facebook, Twitter f walumaagalatti Kaampaaniiwwan 97 ol tahan ajaja ...


Manni Murtii Federaalaa Kutaa Waashingten uggura Tiraamp biyyoonni muslimaa 7 akka Ameerikaa hin see
Donald Traamp Pirezedaantii Ameerikaa tahuun filamee guyyoota muraasa keessatti imaammata Ameerikaa fi biyyoota Addunyaa addaan kutu...


Pirezedaantii Ameerikaa tahuun kan filame Doonald Tiraamp sirna kakuu raawwate.
Pirezedaantii Ameerikaa 45ffaa tahuun kan filatame Doonald Tiraamp jimaata hardhaa sirna kakuu raawwate. Pirezedaantiin kun guyyaa...


Masjiida Ameerikaa kutaa Si'atilitti argamutti ibiddi qabsiifame.
Filannoo Ameerikaa bara 2016 ilaalcha badaa Islaamummaaf kan qabu Doonald Tiraamp injifatuun isaa eega labsamee booda, dararaan...


Ameerikaan Qoqqobbii diinagdee waggaa 20 dura Suudaan irra keessee turte kan irraa kaastu tahuu ibsi
Ameerikaan waggaa 20 dura shororkeesitoota deeggarti jechuun Mootummaa Suudaan irra qoqqobbii diinagdee fi daldalaa keessee turte....


Dubartii Muslimaa miseensa Kongirensii Ameerikaa tahuun tan filatamte guyyaa kaleessaa kakattee hoji
Filannoo Ameerikaa bara 2016 geggeeffametti dhimmi baqattoota muslimaa Ameerikaa keessa jiraatanii hedduu falmii guddaa uume. Kaadhimamaa...


Ameerikaan dipilomaatonni Raashiyaa saa'aa 72 keessatti Ameerikaa lakkisanii akka bahan akeekkac
Ameerikaan Dipilomaatota Raashiyaa 35 biyyatti keessaa aariite akkasumas moonaawwan mootummaa Raashiyaa kan magaalaa Niwuyoork fi...