top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Seerri Tiraamp lammiiwwan biyyoota muslimaa akka Ameerikaa hin seenne jedhee baase yeroo lammaffaaf

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Mar 16, 2017
  • 1 min read

Manni Murtii Federaalaa Hawaay uggura Pirezedaantii Ameerikaa Doonald Tiraamp yeroo lammaffaaf lammiiwwan biyyoota muslimaa 6 akka Ameerikaa hin seenne jechuun baase kuffise. Seerri kun guyyaa hardhaa irra jalqabe hojii irra ooluuf kan karoorfame ture yoo tahu, guyyaa kaleessaa manni murtii Hawaayi akkuma kanaan dura kuffifame kunis kan hearaa biyyattii irra kan tarkaanfate jechuun kuffisuu gabaafameera

Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page