

Donald Tiraamp karoorri muslimootni akka Ameerikaa hin seenne ugguruuf baafadhe sirriidha jedha.
Pirezedaantii Ameerikaa tahuun kan filame Doonald Tiraamp ibsa guyyaa kaleessatti miidiyaaleef kenne irratti "Karoorri an muslimoota...


Jibbaa fi cunqursaan muslimoota Ameerikaa irratti geggeeffamu cimee itti fufeera.
Kamisa darbe Magaalaa Jaakseen Heyiit(Jackson Heights) jedhamtutti namni Abdurrahman jedhamu kan lammii Baangilaadish namoota sadiin...


Ameerikaa kutaa bulchiinsa Joorjiyaa keessatti seerri Niqaaba dhoowwu tumamuuf.
Ameerikaa keessatti jibbaan Islaamummaa irratti godhamu guyyaa irra guyyatti dabalaa dhufe. Pirezidaantii Ameerikaa tahuun kan filame...


Filannoo Ameerikaatti Godhameen Traamp Moohate
Filannoon Ameerikaa namoota heddu cinqee jira. Eega guyyaa Donaald Traamp bakka bu’aa Rippablikaanaa ta’ee as, namootni heddu filannoo...


Ameerikaa keessatti Jibbaan Islaamummaa daran Jabaataa jira
Abdulaziiz Usmaanii jedhama. Ijoollee waggaa 7 yoo ta’u, barataa kutaa tokkoffaati. Mana baruumsa North Carolinatti kan baratu yoo ta’u,...


Mootummaan Ameerikaa Itiyoophiyaa akeekkachiise
Mootummaan Ameerikaa Michuu isii kan ta’e Mootummaa Itiyoophiyaa dhimma Labsii yeroo Ariifachiisee waliin walqabatee akeekkachiisa kennee...