

Naannoo Sumaaleetti lammiileen 700,000 ol Beela hamaaf Saaxilamuun himame
Gabaasni dhaabata gargarsaa “Oxfam International” jedhamu irraa bahe akka mul'isutti, Naannoo Sumaaleetti hanqinni nyaataa hammaachaa...


Imaamni Masjida Guddicha Biyya Kuweet Burkiinaafaassoo keessatti ajjeefame.
INNA LILLAHI WAINNAA ILEEYHI RAAJI’UUN Imaama masjiida guddicha biyya Kuweet kan ta’e Dr Walid Al-Ali fi itti aanaan isaa magaalaa...


Balaa Sigiga lafaa Seeraaliyoonitti dheengadda muudateen namoonni 600 ol achi buteen dhabamuu gabaaf
Balaa Sigiga lafaa Magaalaa guddoo Seraaliyoon kan taate Friitawun keessaatti Isniina/Wixata dabre muudateen, namoonni 400 kan du’aniifi...


Balaa Sigiga lafaa Seeraaliyoonitti Mudateen, Namoonni 179 ol du'an
Balaa sigiga lafaa magaalaa gudditti Seraaliyoon, Firii Tawuun keessatti muudateen lubbuun namoota 179 ol dabruu dhaabbanni fannoo...


Miseensonni Koree fala barbaadduu hawaasa muslimaa gaaffii mirgaa hawaasni muslimaa kaase ilaalchise
Ibsi miseensonni koree hawaasa muslimaa guyyaa hardhaa baasan kun, mata duree “ijjannoo koree ifa godhuu” kan jedhu yoo tahu, gaaffiilee...


Filannoo Pirazadantii Keeniyaa Uhuru Keniyata injifate.
Filannoo Keniyaa yeroo 5ffaa tiif adeemsifameen Pirazadant Uhuru Keniyata hinjifatuu isaa komishiinni filannoo biyyatti beeksise. Akka...


Hogganaan paartii mormituu Keeniyaa Qabxii Filaannoo kan hin fudhanne ta’u ibse.
Filaannoon pirezadaantii Keeniyaa yeroo 5ffaaf geggeeffame jira. Ummanni Keeniyaatis pirezadaantii naaf taha jedhe filatuuf kaleessa...


Koreen Hawaasa Muslimaa Mana Murtii Sa'uudiitti dhihaatan
Ulama'oonnii fi Ustaazonni keenya kan guyyaa muraasa dura Sa'uudii magaalaa Jiddaatti hidhaman, guyyaa hardhaa mana murtii dhihaatuun...


Konfaransiin Idil-Addunyaa Islaamaa Biyya Keeniyaa Magaalaa Naayroobiitti gaggeeffamuuf deema.
Konfaransiin maqaa “Journey Of Faith -Africa” jedhamuun beekkamu yeroo Afraffaaf Keeniyaa Magaalaa Naayiroobii jiddu-gala konfaransii...


Ulamaa'onni fi miseensonni Koree Furmaata barbaadduu hawaasa muslimaa namoota balaa Sigiga lafaa
Jama'an masjiida Ayyer Xeenaa namoota sigiga lafaa guyyaa lama dura magaalaa Finfinnee iddoo Qoshee jedhamutti uumame maatiiwwan...