

Yakki Shororkeessummaa Koree Furmaata barbaadduu hawaasa muslimaa irratti banamee ture kan seeraan
Wirtuun idil addunyaa Seerri hojii irra akka oolu hojjatu(International Law Practice Lab) kan magaalaa Nashviil Tenes kan Yuunivarsitii...


Manni Murtii olaanaa Keeniyaa ajaja mootummaan Kaampii baqattoota Dhadhaab cufuuf baase kuffise.
Mootummaan Keeniyaa kanaan dura quubsuma baqattoota hedduu kan ta’e Kaampii Dhadhaab cufuuf ajaja baasee kan ture yoo tahu, Manni Murtii...


Mootummaan Ityoophiyaa Poolisoota Keeniyaa 5 hidhe.
Poolisoonni Ityoophiyaa hoogganaa mana hidhaa Ilreet kan tahe Chief Inspector Christopher Nalianya fi miseensota Poolisii Marsabeet 5...


Waraanni Itiyoophiyaa daangaa Keeniyaa Qaxxaamure
Akka websaayitiin keeniyaa TUKO jedhamu ibsetti, waraanni Mootummaa Itiyoophiyaa guyyaa Alhada daangaa Keeniyaa qaxxaamuruudhaan naannoo...


Koreewwanii fi Ustaazota hidhaa irraa hiikkamaniif badhaasni kenname
Koreewwanii fi Ustaazota hidhaa irraa hiikkamaniif badhaasni kenname Guyyaa kaleessaa Jama'an Sumayyootaafii Selamawii taagayooch...


Ibsa Koree Furmaata Barbaadduu Hawaasa Musliima Itiyoophiyaa Irraa Kenname
Alhada, Fulbaana 01/2009 Finfinnee ﷽ Yaa Ummata Biyya keenyaa Haala Yaaddessaa yeroo ammaa biyyi teenya keessa jirtuuf, Seenaa isii kan...


Muslimoonni Asaasaa guyyaa har'aa Koreewwan hidhaa irraa hiikaman Ziyaaran
Muslimoonni Magaalaa Asaasaa Guyyaa har'aa, Magaalaa Finfinnetti argamuun koreewwan fala barbaadduu hawaasa muslimaa kan dhiheenya kana...


Jama'aan Muslima Magaalaa Shaashamannee koree furmaata barbaaduu hawaasa muslimaa Ziyaaran.
Muslimoonni kun konkolaataa minibaasii 6 gutuun gara magaalaa Finfinnee dhaqanii koree furmaata barbaadduu hawaasa muslimaa kan ziyaaran...