top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Ulamaa'onni fi miseensonni Koree Furmaata barbaadduu hawaasa muslimaa namoota balaa Sigiga lafaa

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Mar 15, 2017
  • 1 min read

Jama'an masjiida Ayyer Xeenaa namoota sigiga lafaa guyyaa lama dura magaalaa Finfinnee iddoo Qoshee jedhamutti uumame maatiiwwan miidhaman deeggarsa adda addaa godhuuf kan Ziyaaran tahuu odeeffannoon argame ni addeessa.


Ziyaaraa kana irratti Ulamaa'onni gurguddoo fi Ustaazonni argamuun namoota maatiiwwan irraa du'aniif Da'awaa kan godhan tahuu beekameera.


Ulamaa'otaa fi Ustaazota Ziyaaraa kana irratti argaman jidduu; Doktor Jeyilaan Khadiir, Doktor Kamaal Galatuu, Ustaaz Muhammad Farajii fi Ustaazonni birootis kan argaman tahuu beekameera.



Koreewwan Furmaata barbaadduu hawaasa muslimaatis maatiiwwan miidhamtootaa kan iddoo adda addaatti argaman deemuun kan Ziyaaraa jiraaniif hawaasni muslimaatis waan humni isaani danda'een deeggarsa akka godhan waamicha godhaniiru.

Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page