

Ejensiin gargaarsa Turkiyaa muslimoota Rohingiyaatiif manneen 1000 ijaruuf kan qophaaye tahuu ibse.
Ejensichi muslimoota Rohingiyaa kanneen duguuggaa sanyii waraana Miyanmaariif hordoftoota amantaa Budihaa jalaa lubbuu isaanii baraaruuf,...


Deeggarsi lammiilee Oromoo Naannoo Somaalee Irraa buqa'aniif godhamu cimee itti fufee jira.
Godinaalee Oromiyaa adda addaa keessatti hawaasni, lammiilee Oromoo Naannoo Soomalee irraa qabeenya isaanii irraa buqqifamaniif deggarsa...


Dheebuun Walabummaa Ummata Kaatalaan Eessarraa Garamitti?
Kaatalooniyaan naannoo Kaaba baha Ispeenitti argamtu yoo taatu, jiraattonni isii ammoo Ummata Kaatalaan jedhamu. Nannoo isaaniitiin...


Obbo Baqqalaa Garbaa murtiin Mirga wabiitiin akka mana hidhaatii bahu kennameef haqame
Manni murtii ijibbaataa Federaalaa, ajaja manni murtii Fedaraalaa Obbo Baqqalaa Garbaa mirgi wabii isaa eeggameefi akka gadhiifamu...


Lammiileen Ertiraa Mootummaa biyyattii mormuudhaan hiriira bayan
Guyyaa kaleessa magaalaa guddoo Ertiraa kaan taate Asmaraa keessatti, moootummaa biyyattii mormuudhaan hiriirri kan geggeeffame tahuu...


Malikni Bahreeyn, biyyi isaa wal-gahii Qatar irratti argamtu kamiyyuu irratti kan hin hirmaanne tahu
Malikni Bahreeyn Hamad Bin Iisaa al Khaiiifaa walgahii mana maree ministeerotaa guyyaa kaleessaa masara Qudeybiyaa keessatti geggeeffame...


Mootummaan Ispeen bulchiinsa Kaatalaan diiguu labse.
Parlaamaan Bulchiinsa Kaatalaan juma'aa kaleessaa Ispeen irraa walaba bayuu erga labsee booda, muummichi ministera Ispeen Mariyaanoo...


Paarlaamaan Kaatalaan Ispeen irraa Walaba bayuu labse
Miseensota Parlaamaa 135 keessaa isaan 70 tahan Kaataloon Ispeen irraa akka walaba baatu sagalee isaanii kennan, miseensonni 10 immoo kan...


Ilmi Malik Salmaan, Sa’uudii gara ‘Moderate Muslim’ ni deebisna jedhe.
Mahammad Bin Salmaan kora walgahii investimantii magaalaa Riyaad keessatti qophaaye irratti akka jedhetti, “Sa’uudii gara biyyaa...


Loltoonni Agaazii Magaalaa Amboo irratti haleellaa hammeesuun gabaafame.
Guyyoota lamaan dabran keessa poolisii fi hawaasni magaalaa Amboo Konkolaatota Sukkaara Kontrobaandii erga qabanii booda, loltoonni...