

Mootummaan Sa'udii Prezdaantiin Yaman akka hin sochoone uggure
Mootummaan Sa'udii Prezdaantiin Yaman, ilmaan isaa akkasumas ministeerota isaa fi qondaaltonni waraanaa gara biyya isaaniitti akka hin...


Dhaddachi Hoggantoota KFO osoo hin geggeeffamiin oole.
Dura ta’aa KFO Obbo Baqqalaa Garbaa dabalatee namoonni galmee Gurmeessa Ayyaannoo jalaatti himatamuun dhimmi isaanii mana Murtii olaanaa...


Mootummaan Sa'udii "Iiraan weerara nu irratti geggeessaa jirti" jedhe.
Ilmi Malika Sa'udii Muhammad Bin Salmaan ministeera hajaa alaa Biritaaniyaa Booris Joonson waliin bilbilaan kan haasawan yoo tahu,...


Sa'udiin "Lubnaan Waraana nurratti labasaa jirti" jechuun yakkite.
Ministeera dhimma biyyoota galoo galaana Arabiyaa kan ta'e Tamiir al-Sabhan akka jedhetti :"Sababa amala diinummaa Hizbollah irraa kan...
Ustaz Abdulmajid Huseen aakhiraman.
Ustaz Abdulmajid Huseen aakhiraman. إنا لله وإنا إليه راجعون، فله ما أخذ وله ما أبقى وكل شيء عنده بأجل مسمى. اللهم اغفر له وارحمه و اعف...


Hidhattoonni Huusii Misaayila Baalastikii gara Sa'udii dhukaasan.
Hidhattoonni Husii Misaa'ila fegeenya dheeraa furguuggeffamu gara magaalaa guddoo Sa'udii kan tate Riyaaditti dhukaasuu beeksiisan....


Barattoota Yuunivarsitii Naannoo Oromiyaa fi Naannoo Soomaleetti ramadamanii turaniif jijjirraan Ra
Waldhabbi naannoolee lamaan jiddutti uumameen barattoonni Oromoo Yuunivarsitiiwwan naannoo Somaalee keessatti argamanitti ramadaman,...


Muummichi ministeera Lubnaan Sa'aad Hariirii taayitaa gad lakiise.
Sa'aad Hiriiri ibsa Sa'udii keessatti Televiziyoonii Al-Arabiyaatiin Sabtii har'aa kenneen ,"Tayita kiyya gadi dhiisuu beeksisa" jedhe....


Qondaalli Dargii tokko yakka waraanaatiin mana murtii Neezarlaanditti himatame
Guyyaa kaleessa namni qondala mootummaa Dargii ture kan Isheetuu Alamuu jedhamu, Abbaa Alangaa Mootummaa Neezarlaandiitiin himatamee,...


Ministeeroonni Kaatalooniyaa duraanii saddeet Ispeenitti hidhaman.
Manni murtii Ispeen Ministeeroota Kaatalooniyaa saddeet sababaa labsii Walabummaatti cichaniif kan hidhe tahuu BBC'n gabaase....