

Qondaalli U.N. Yaman Beela Hamaaf kan Saaxilamaa jirtu tahuu Akeekkachiise. Odeeyfannoo
Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Itti aanaa dhimmoota Namoomaa kan ta'e, Mark Lowkok, Gamtaan Waraana Biyyoota Arabaa Sa'udiin...


Mootummaan Sa'udii Prezdaantiin Yaman akka hin sochoone uggure
Mootummaan Sa'udii Prezdaantiin Yaman, ilmaan isaa akkasumas ministeerota isaa fi qondaaltonni waraanaa gara biyya isaaniitti akka hin...


Hidhattoonni Huusii Misaayila Baalastikii gara Sa'udii dhukaasan.
Hidhattoonni Husii Misaa'ila fegeenya dheeraa furguuggeffamu gara magaalaa guddoo Sa'udii kan tate Riyaaditti dhukaasuu beeksiisan....


Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa lammiileen Yaman 2000 ol dhukkuba Koleeraatiin du’uu ibse.
Ji'a Ebla irraa kaasee lammiileen Yaman 2,054 tahan dhukkuba koleeraatiin du'uu, Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa (WHO) ibse. WHO’n ibsa isaa...


Yamanitti laakkofsi namoota dhukkuba koleeraatiif saaxilamanii 500,000 gahuun gabaafame.
Gabaasni Dhaabbata Fayyaa Addunyaa (WHO) irraa guyyaa hardhaa bahe, biyya waraanni cimaan keessatti geggeeffamutti jiru ,Yamanitti...


Yamanitti namoonni 1,800 ol dhukkuba koleeraatiin du'uu gabaafame.
Dhaabanni Fayyaa Addunyaa(WHO); Biyya lolli guddaan keessatti geggeefamaa jiru, Yamanitti ji'a eblaa irraa kaasee namoonni 1,800 ol...


Yamanitti yoo diqqaate namoonni 1,500 dhukkuba koleeraatiin du’uun gabaafame.
Laakkofsi namoota dhukkuba koleeraatiin qabamanii Yaman keessatti guyyatti nama 5,000 guddataa jedha Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa (WHO)....


Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanni (UN) Rakkoon Yaman keessa jiru daran dabalaa jiraatuu akeekkachii
Itti gaafatamaan Gargarsaa Namoomaa kan UN Isteefan Obreyaan, " Yaman kufaatii Dinagdee fi hawaasuummaatiif Saaxilamtee jirti,...


Yaman keessatti namoonni 180 dhukkuba Koleeraatiin du'uun gabaafame.
Dhukkuba Koleeraa Yaman keessaatti ka’een April 27 hanga hardhaatti namoonni 180 kan du'aani tahuu gabaasni Waldaa Fannoo Diimaa...


Yaman keessatti dhukkubni Koleeraa ka’uun isaa gabaafme.
Dhaabbanni Fayyaa Adduunyaa WHO’n torbaan tokko keessaatti namoonni 25 dhukkuba Koleeraatiin kan du’anii fi Wal-waraansi waggaa lamaaf...