

Kaampiin Baqattootaa kan biyya Faransaay Keessatti argamu tokko ibiddaan gubate.
Kaampiin kun Grande-Synthe jedhama. Baqattoonni 1,500 ol tahan kaampii kana keessa qubatu. Akka poolisiin faransaay jedhetti, walitti...


Baqattoonni 250 tahan galaana Mediteraaniyaan liqimfamuu hin oolan jechuun gabaafame.
Baqattoonni 250 ol tahan kan Liibiyaa irraa doonii lamaan ka'anii turan galaana Mediteraaniyaan nyaatamuu hin oolan jechuun dhaabbanni...


Baqattoonni Sumaaliyaa Dooniin imalaa turan ajjeefaman
Baqattoonni Somaaliyaa 31 kan dooniin imalaa turan, haleellaa helikooptaraan isaanirratti raawwatameen ajjeefamuu isaanii, Poolisiin...


Baqattoota Itiyoophiyaa Sudaan keessa jiran waraanni mootummaa Sudaan tumuun beekame.
Guyyaa hardhaa baqattoonni Itiyoophiyaa kan Sudaan keessa jiraatan Imbaasii Itiyoophiyaa kan magaalaa guddittii Sudaan Kaartumitti...


Manni Murtii olaanaa Keeniyaa ajaja mootummaan Kaampii baqattoota Dhadhaab cufuuf baase kuffise.
Mootummaan Keeniyaa kanaan dura quubsuma baqattoota hedduu kan ta’e Kaampii Dhadhaab cufuuf ajaja baasee kan ture yoo tahu, Manni Murtii...


Galaana Meediteraaniyaa irratti Baqattoonni 5 du'uun 750 kan tahan ammoo baraaraman
Baqattoonni 755 tahan dooniiwwan 6 irratti fe'amanii Liibiyaa irraa gara daangaa Xaaliyaaniitti galaana Meediteraaniyaa irraan...


Torbee darbe qofa keessa baqattoonni 360 ol galaana Meediteraaniyaatiin Nyaatamuu ibsame.
Torbee dabre keessa dooniiwwan 6 galaana Meediteraaniyaatiin liqimfamuun baqattoonni 360 ol tahan kan du'an tahuu dhaabbanni baqattoota...


Baqattoonni 239 tahan galaana mediteraaniyaatiin nyaataman.
Baqattoonni kunniin biyyoota adda addaa irraa jiruu isaanii fooyyeffachuu fi dhiibbaa mootummoonni abbaa irree isaan irra geessan jalaa...


Baqattoonni biyya keenyaa kan biyya Faransaayi jiran rakkoo cimaa keessa jiru.
Mootummaan Faransaayii kaampii baqattoonni biyya adda addaa waggoota dheeraaf keessa jiraataa turan Mooraa Kalayii Jangiili( calais...