

Manni Murtii Federaala Ameerikaa Seera Prezdant Tramp baqattoota ugguruuf baase hamma tokko laaffise
Prezdant Traamp yeroo duula na filadhaa geggeessaa ture, baqattoonni biyyoota muslimaa irraa dhufan Ameerikaa akka hin seenne ni uggura...


Tiraamp namoota ijoollummaan karaa seeraan alaatiin gara Ameerikaa seenan biyya irraa dhufanitti ak
Murtii prazidaantii Ameerikaa Donaald Traamp kana, Abbaan Alangaa Jeef Seshiin jedhamu har’a kan labse yoo tahu, sagantaan Prazidaantiin...


Ameerikaa kutaa magaalaa Los Anjeles keessatti Ibiddi qabate.
Hojjattoonni balaa ibiddaa magaalaa Los Anjeles ibidda naannawa magaalattiitti ka’e dhaamsuuf tattaaffii cimaa godhaa jiru. Seenaa...


Kooriyaa kaabaatti Hollannaan lafaa uumamuun gabaafame.
Dhaabbanni qorannoo lafaa ykn geological survey of America akka gabaasetti, Sochiin lafaa magnityuudii 6.3 shallagamu, Kooriyaa kaabaa...


Yaaliin misa’elaa kooriyaan kaabaa naannawa qilleensa Jaapaan irraan furguuggastte ammas addunyaa ya
Kooriyaan kaabaa halkan Isniina yaalii misaa’ilaa kan goote yoo tahu, yaaliin ammaa kun qilleensa Jaapaan irraan furguugefamee galaana...


Masjiidonni Magaalaa Hiwustan keessatti argaman namoota balaa lolaatiin miidhaman simatanii gargaara
Masjiidonnii fi wiirtuuleen hawaasa muslimaa Ameerikaa kutaa Teksaas magaalaa Hiwuustan keessatti argaman, namoota balaa Obomboleetti...


Rooba Bubbeen makaa Ameerikaa Kutaa Teksaas keessatti Rooba jiruun, namoonni 30,000 ol qe'ee isa
Teksaas Kutaa Ameerikaa kibba biyyattiitti argamtuufi tan Meksiikoon daangeffamtu yoo taatu, guyyaa sadihiin dura Obomboleetti Cimaa...


Tiraamp Gorsaa isaa hojii irraa ari'e.
Yeroo duula filannoo Traamp geggeessaa ture irraa kaasee hanga ammaatti tarsiimoo baasuuf gorsaa waayit haawus tahuun kan tajajilaa ture...


Lakkoofsi namoota Ameerikaa irraa gara Kanaadaatti baqatanii dachaa Afuriin dabaluun gabaafame.
Jalqaba ji'a Adoolessaa irraa kaasee torbee lama keessatti godaantonni Ameerikaa keessa jiraataa turan 3,800 ol, karaa seeraan alaatiin...