top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Tiraamp  namoota ijoollummaan karaa seeraan alaatiin gara Ameerikaa seenan biyya irraa dhufanitti ak

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Sep 5, 2017
  • 1 min read

Murtii prazidaantii Ameerikaa Donaald Traamp kana, Abbaan Alangaa Jeef Seshiin jedhamu har’a kan labse yoo tahu, sagantaan Prazidaantiin duraanii namoota ijoollummaan gara Ameerikaa dhufan gara biyya irraa dhufanitti deebisuu irraa oolchuuf baase “The dreamer” jedhamu kan haqamu tahuu ibse. Namoonni heddu magaalaa Niiwyoork keessatti hiriira bahanii murtii kana mormaniiru.

Sagantaan ‘The Dreamers’ jedhamu Prezdantii Ameerikaa duraanii Baaraak Obaamaan kan bahe yoo tahu, Baqattoonni 800,000 ol Sagantaa kanaan hayyama biyyattii keessa jiraachuu argatanii jiru.

Yorumlar


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page