

Guutuu Suuriyaatti waraanni hammaataa jiraatuun gabaafame.
Waraana cimaa naannoolee Suuriyaa keessatti akka haarayaatti hammachaa dhufeen, namoonni heddu midhamaa jiraachuu gabaasni dhaabbata...


Turkiyaan baqattoota lammiilee Suuriyaa 50,000 ol ta’aniif lammummaa kennuu eegalte.
Turkiyaan baqqattootaa Suuriyaa biyya isii keessa jiran keessaa namoota 50,000 lammummaa kennuuf sochii jalqabuu isii gabaasni Anadooluu...


Haleellaa xiyyaaraa mootummaa Suuriyaa fi Raashiyaatiin raawwatameen , yoo diqqaate namoonni 12 ajje
Haleellaa xiyyaaraa mootummaa Suuriyaa fi Raashiyaatiin raawwatameen , yoo diqqaate namoonni 12 kan ajjeefamanii fi Hospitaalli naannawa...


Lakkoofsi Namoota nagayaa guyyaa hardhaa Haleellaa Keemikaalaatiin Suuriyaa keessatti ajjeefamanii f
Yoo xiqqaate hanga ammaatti lubbuun lammiiwwan 100 olii kan badee fi namoonni 500 ol tahan miidhamanii yaalamaa jiraatuu odeeffannoon...


Haleellaa Keemikaalaa Idliib irratti raawwatameen lammiileen Suuriyaa 58 ajjeefamuu gabaafame.
Haleellaa Keemikaalaa magaalaa Kaaba baha Suuriyaa kan too’annaa mormitootaa jala jirtu irratti geggeeffameen namoonni nagayaa 58 kan...


Israa’eel haleellaa Xayyaaraa Suuriyaa irratti raawwatte
Xayyaaronni Israa’eel Halkan Kamisaa Suuriyaa Haleelaa akka bulan, dubbi himaan waraana Israa’eel ibsee jira. Mootummaan Suuriyaatis...


Mormitoonni Suuriyaa qajeela Mootummaa Bashaar waliin haasawuu barbaadna jedhan.
Mormitoonni Suuriyaa kutaa gara garaa keessa teenyee namni nu jedduu deemuu irraa, bakka bu’oota Mootummaa waliin gola takka keessa,...


Mootummaan Suuriyaa lammiiwwan isaa 13,000 ol Mana hidhaa Saydnaya jedhamutti ajjeesuun gabaafame.
Gabaasa guyyaa hardhaa dhaabbanni Amnesty International irra bahe akka agarsiisutti, "Mootummaan Suuriyaa waggaa 5 keessatti namoota mana...


Gaazexeessituu baqataa Suuriyaa miila isaa sakaaluun kuffifte irratti adabbiin hidhaa waggaa 3 murte
Ogeettiin Kaameraa lammii Hangaarii kan taate Petra Laszlo jedhamtu bara 2015 ji'a fulbaanaa keessa viidiyoon baqataa Suuriyaa umrii 52...


Suuriyaan Israa'eel akeekkachiiste.
Buufata Xiyyaara Raayyaa waraanaa biyyattii Maziih jedhamu kan magaalaa guddittii Suuriyaa Damashqiitti argamu irratti haleellaan...