top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Lammiileen Indoneezhiyaa duguggaa sanyii muslimoota Rohingiyaa irratti raawwatamaa jiru balaaleffata

  • Writer: NuuralHudaa
    NuuralHudaa
  • Sep 6, 2017
  • 1 min read

Magaalaa guddoo Indoneezhiyaa Jaakartaa keessatti muslimoonni Indonesia Imbaasii Miyaanmaar fuulduratti salaata eega salaatanii booda deeggarsa muslimoota Rohingiyaatiif qaban ibsataa oolan.

Hiriira kana irratti mootummaan Indooneezhiyaa hariiroo dipilomaasii mootummaa Miyaanmaar wajjin qabu, akka addaan kutu gaafataniiru; akkasumas muslimoota Rohingiyaa kan biyya isaanii irraa baqatuun Baangilaadiish seenaniif deggarsa waliitti qabuu isaanii odeeyfannoon Anaadooluu Niiwus irraa argame ni addeessa.

_ Application NuuralHudaa download godhuuf Android https://goo.gl/Ieo7dv iPhone https://goo.gl/y7n0In iPad https://goo.gl/Yf9a8x NuuralHudaa https://www.facebook.com/RNuurAlHudaa/ https://twitter.com/NuuralHudaa www.nuuralhudaa.com

Comentários


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page