

Ameerikaan "Mootummaan Miyaanmaar Muslimoota Rohingiyaa Irratti Duguuggaa sanyii raawwataa jira
Mootummaan Ameerikaa ibsa Roobii kaleessaa baase kanaan , dararaan Muslimoota Rohiingiyaa irratti adeemsifamaa jiru duguuggaa sanyii akka...


Ejensiin gargaarsa Turkiyaa muslimoota Rohingiyaatiif manneen 1000 ijaruuf kan qophaaye tahuu ibse.
Ejensichi muslimoota Rohingiyaa kanneen duguuggaa sanyii waraana Miyanmaariif hordoftoota amantaa Budihaa jalaa lubbuu isaanii baraaruuf,...


Kanaadaan deeggarsa doolara Miliyoona 9.5 ol muslimoota Rohingiyaatiif arjoomte.
Mummichi ministeera Kanaadaa Jastiin Trawudoo; Muslimoota Rohingiyaa kan duguuggaa sanyii waraanni mootummaa Miyanmaar irratti raawwata...


Deeggarsi baqattoota Rohingiyaatiif godhamaa jiru haalaan xiqqaa tahuu UNICEF akeekKachiise.
Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Ejensiin gargaarsa daa'immanii (UNICEF) ibsa guyyaa hardhaa baaseen, Daa'imman Muslimoota...


Baqattoota Roohingiyaa
eega Finciltoonni Roohingiyaa hagayya 25, 2017 buufata Poolisiitii fi Kaampii Waraana Miyanmaar rukutanii booda, tarkaanfii haaloo bayuu...


Turkiyaan gargarsa doolara Miliyoona Shantamii Afur Muslimoota Rohingiyaatiif gumaachuu karoorsite.
Gabaasni Ministira Fayyaa Turkiyaa irraa guyyaa hardhaa bahe, Mootummaan Turkiyaa muslimoota Rohingiyaa kan duguggaa sanyii waraana...


Prezdaantiin Turkiyaa kora Gurmuu Biyyoota Islaamaa irratti, Biyyoonni Muslimaa Muslimoota Rohingiya
Prezdaantiin Turkiyaa Rajab Xayyib Erdogan, kora Gamtaa Biyyoota Islaamaa kan magaalaa guddoo Kaazakistaan, Astanaa kessatti geggeeffama...


Haati Warraa Prezdantii Turkiyaa baqattoota Rohingiyaa Daaw’atte.
Haati warraa prezdantii Turkiyaa, Aadde duree Aminaa Erdogan guyyaa hardhaa gara Baangiladish imaluun baqattoota Rohingiya Ziyaaruu isii...


Lammiileen Indoneezhiyaa duguggaa sanyii muslimoota Rohingiyaa irratti raawwatamaa jiru balaaleffata
Magaalaa guddoo Indoneezhiyaa Jaakartaa keessatti muslimoonni Indonesia Imbaasii Miyaanmaar fuulduratti salaata eega salaatanii booda...


Turkiyaan muslimoota Roohingiyaatiif gargaarsa ergite.
Dubbi himaan prezdantii Turkiyaa Mr Kaliin, ejensiin gargaarsa Turkii muslimoota Roohingiyaatiif gargaarsa toonii 1,000 raabsuuf...