

Kooriyaan Kaabaa ammas Yaalii Misaa'ela Balastikii goote.
Kooriyaan Kaabaa yaalii Misa'elaa Balastikii guyyaa kaleessaa Nov 28/2017 gooteen Nuklarii sadarkaa ol'aanaa ta'e gonfachuu isii labsite....


Qondaalli Tika U.A.E. tokko gamtaan waraana biyyoota Arabaa dhaabbata Miidiyaa Aljaziiraa akka halee
Ajajaan poolisii Dubaay Daahii Khalfaan "haleellaa Jum'aa Masjiida masrii irratti geggeeffame kan kakaase, dhaabbata miidiyaa...


Ameerikaan waajjira Dhaabbata Bilisummaa Falasxiin kan magaalaa Waashingtan keessa jiru kan hin cufn
Mootummaan Ameerikaa torbee dabre keessa waajjira Dhaabbata Bilisummaa Falasxiin(PLO) kan magaalaa Washingitan keessatti argamu cufuuf...


Mootummaan Sa'udii namoota beekkamoo too'annaa jala oolche dararaa jiraachuu "Daily Mai
Mootummaan Sa'udii namoota beekkamoo maqaa malaammaltummaatiin too'annaa jala oolche, bitamtoota biyya alaa qaxaree kan dararaa jiru...


Paartiileen Falasxiin xumura bara dhufuu filannoo adeemsisuuf walii galan
Paartiileen Falasxiin mootummaa tokkoome ijaaruudhaaf filannoo waliigalaa dhuma bara 2018 keessa geggeessuuf kan waliigalan tahuu, ibsa...


Ameerikaan "Mootummaan Miyaanmaar Muslimoota Rohingiyaa Irratti Duguuggaa sanyii raawwataa jira
Mootummaan Ameerikaa ibsa Roobii kaleessaa baase kanaan , dararaan Muslimoota Rohiingiyaa irratti adeemsifamaa jiru duguuggaa sanyii akka...


Sa'aad Hariirii gara Lubnaan deebi'e
Muummicha Ministeera Lubnaan kan ture Sa'aad Hariirii, torbaan lama dura Sa'udii irraa taayitaa isaa gad lakkisuueega beeksisee booda,...


Manni Murtii Zeheeg Ratko Mladich irratti yakka duguuggaa Sanyii raawwateef adabbii hidhaa umrii guu
Manni murtii Zeheeg kan yakka Waraana Boosinyaatti raawwatame ilaaluudhaaf U.Niin dhaabbate, hoogganaa waraana Sarbootaa kan ture Ratko...


Israa'eel Baqattoota Afrikaa Ari'uuf Karoorsite.
Karoorri Ministeera dhimmaa biyyaa keessaatii fi dhimma tasgabbii Isra'eel baase akka ibsutti, mootummaan Israa’el baqattoota lammiilee...


Dhaabbanni gamtaa biyyoota Arabaa walgahii ariifachiisaa magaalaa Kaayiroo keessatti jalqabe.
Dhaabbanni gamtaa biyyoota Arabaa Alhada hardhaa walgahii ariifachiisaa ta'e magaalaa Kaayiroo keessatti kan jalqabe yoo tahu, walgahii...