Search
Manni murtii Magaalaa Shaashamannee miseensota Poolisii Federaalaa 3 irratti hidhaa umrii guutuu mur
- NuuralHudaa
- Nov 17, 2017
- 1 min read

Manni Murtii Magaalaa shaashamannee dhaddacha guyyaa har'aa ooleen, miseensota Poolisii Federalaa 3 irratti hidhaa umrii guutuu kan murteesse ta'uu gabaasni arganne ni mul'isa. Miseensonni poolisii sadan, Onkololeessa 2/2010 A.L.I Magaalaa Shaashamannee keessatti, ummata harka qullaa hiriira bahe irratti dhukaasudhaan, lubbuu namoota hedduu ajjeessuun himatamanii turan.
Comments