

Lakkoofsi Namoota Balaa kirkira lafaa dangaa Iiraanii fi Iraaqitti muudateen du'anii 540 gahe.
Kirkira lafaa magniituudii 7.3 shallagame kan Alhada dabre naannoolee daangaa Iraanii fi Iraaqi rukuteen, hanga ammaatti lubbuu namoota...


Bulchiinsi Kurdistan labsii "Iraaq irraa fottoquu ugguru" kan kabaju tahuu beeksise.
Rifarandamii ji'a Fulbaana dabre Bulchiinsa Naannoo Kurdistaan keessatti gaggeeffameen, ummanni kurd Iraaq irraa fottoquu kan filatan...


Bulchiinsi Kurdistaan Wixinee yaada Iiraaq irraa fottoquu kan tursiisu tahuu beeksise.
Bulchiinsi Mootummaa naannoo Kurdistaan ibsa ganama har’aa baaseen, bu’aa rifarandamii hordofuun wixinee yaada Iiraaq irraa fottoquu...


Mootummaan iiraaq geejjiba Xayyaaraa gara naannoo Kurdistanitti godhamu Uggure.
Mootummaan Iiraaq Geejjiba xayyaaraa biyyoota biro irraa gara bulchiinsa naannoo Kurdistan godhamu hunda kan uggurte tahuu beeksifte....