top of page
  • Facebook Social Icon
  • icon_256x256_2x
  • Twitter Social Icon
  • YouTube Social  Icon

Asaasaa bara 2013

  • Viidiyoo NuuralHudaa
  • Sep 14, 2016
  • 1 min read

Mee har'a waggaa sadan takka of duuba isin deebisnee waan Ummaani Magaalaa Asaasaa raawwate tokko isin haa daawwachiisnu. Akka Lakkoofsa Miilaadiyaatti bara 2013tti Asaasni daa'ii cimaaa tokko dhabde. Sirna Awwaala daa'ii kanaa irratti kan argame Ummaani Asaasaa Waa'ee koree fala barbaadduu hawaasa muslimaa haasawa bareedduu takka dubbatanii, Haga gaafilee gaafanneef deebii argannutti of duuba hin deebinu jedhanii adda bahan. Nutis har'a Viidiyoo kana isin daaw'achiisna.


Comments


HAARAYA
Follow Us
  • Facebook Basic Square
  • Twitter Basic Square
  • Google+ Basic Square
QORMAATA

Beekumsa  Islaamummaa  keeysatti
Qabdu Qormaata kanaan if madaali

Kitaabota Afaan Oromoo Dubbisi

Galmee Miseensotaa

Miseensonni NuuralHudaa waan hundarratti dursa argatu!

© 2016 Created by Abulkhayr NuuralHudaa

bottom of page